Uumama 1:29 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo29 Yommus Waaqayyo,<<Kunoo, ani biqila sanyii godhatu isa irra-lafaa hundumaa irra jiru, muka ija godhatee sanyii isaas ija isaa keessaa qabu, isiniif kenneera; isaan nyaata isiniif haa ta'an! Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda DhiΚΌaa29 Ergasii Waaqni akkana jedhe; βKunoo ani akka isaan nyaata isinii taΚΌaniif biqiltuu lafa hunda irratti sanyii kennu hundaa fi muka iji isaa sanyii of keessaa qabu gosa hunda isinii kenneera. Sien die hoofstukαα³α ααααα£ αα« α αα« αα«29 α€ααα² αα α α α¨α ααΌα€ βα©α α α α α¨ α₯α³α αα° α₯α΅α α°α αα α₯α αα± αα ααα°α¨α΅ α°α α¬α ααα³α αα¨ α₯α α³ α°α α¦α α¬α³ αα‘ αα° ααα° α₯α΅α α¬αα¨α’ Sien die hoofstuk |