Uumama 1:22 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo22 Waaqayyo,<<Horaa, baay'adhaa, bishaanota galaanaas guutaa, simbirroonni, allaattonnis lafa irratti haa baay'atan!>> jedhee isaan in eebbise. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa22 Waaqnis, “Horaa; baayʼadhaa; bishaan galaanotaas guutaa; simbirroonnis lafa irratti haa baayʼatan” jedhee isaan eebbise. Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ22 ዋቅንስ፣ “ሆራ፤ ባይአዻ፤ ብሻን ገላኖታስ ጉታ፤ ስምብሮትንስ ለፈረት ሃባይአተን” ጄዼ እሳን ኤብሴ። Sien die hoofstuk |