Uumama 1:2 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo2 lafti bifa hin qabu, onaas ture; callabboo gad fagoo irra dukkanatu ture, hafuurri Waaqayyoos bishaan irra in sosocho'a ture. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa2 Lafti kan bifa hin qabnee fi duwwaa turte; dukkannis tuujuba irra ture; Hafuurri Waaqaas bishaan irra sosochoʼa ture. Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ2 ለፍት ከን ብፈ ህንቀብኔፊ ዱዋ ቱርቴ፤ ዱከንስ ቱጁበረ ቱሬ፤ ሀፉር ዋቃስ ብሻንረ ሶሶቾአ ቱሬ። Sien die hoofstuk |