ፊልጵስዩስ 4:8 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo8 Ammas yaa obboloota ko, waa'ee waanuma dhugaa ta'ee, waanuma ulfina qabuu, waanuma qajeelaatti lakkaa'amuu, waanuma qulqulluu ta'ee, waanuma jaallatamaa, waanuma gurratti toluu, waanuma gaarii ta'ee, waanuma galata qabuu yaadaa*! Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa8 Dhuma irrattis yaa obboloota, wanni dhugaa taʼe kam iyyuu, wanni ulfina qabeessa taʼe kam iyyuu, wanni qajeelaa taʼe kam iyyuu, wanni qulqulluu taʼe kam iyyuu, wanni jaallatamaa taʼe kam iyyuu, wanni gurra namaatti tolu kam iyyuu, wanni gaarii taʼe yookaan galateeffamaa taʼe kam iyyuu yoo jiraate isin waan akkanaa yaadaa. Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ8 ዹመረትስ ያ ኦቦሎተ፣ ወን ዹጋ ተኤ ከምዩ፣ ወን ኡልፍነ ቀቤሰ ተኤ ከምዩ፣ ወን ቀጄላ ተኤ ከምዩ፣ ወን ቁልቁሉ ተኤ ከምዩ፣ ወን ጃለተማ ተኤ ከምዩ፣ ወን ጉረ ነማት ቶሉ ከምዩ፣ ወን ጋሪ ተኤ ዮካን ገለቴፈማ ተኤ ከምዩ ዮ ጅራቴ እስን ዋን አከና ያዳ። Sien die hoofstuk |