ፊልጵስዩስ 4:7 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo7 Nagaan Waaqayyoo inni hubannaa namaa hundumaa irra caalus, karaa Kristos Yesus garaa keessanii fi yaada keessan in eega*. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa7 Nagaan Waaqaa kan hubannaa hundaa ol taʼe sun karaa Kiristoos Yesuusiin qalbii fi yaada keessan ni eega. Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ7 ነጋን ዋቃ ከን ሁበትና ሁንዳ ኦል ተኤ ሱን ከራ ክርስቶስ ዬሱሲን ቀልቢፊ ያደኬሰን ንኤገ። Sien die hoofstuk |