ፊልጵስዩስ 4:22 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo22 Warri Waaqayyoof qulqullaa'an hundinuu, addumaan immoo warri mana mootii warra Roomaa keessa jiran nagaa isiniif dhaamu*. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa22 Qulqulloonni hundinuu, keessumattuu warri mana Qeesaarii jiraatan nagaa isinii dhaamu. Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ22 ቁልቁሎትን ሁንድኑ፣ ኬሱመቱ ወር መነ ቄሳር ጅራተን ነጋ እስኒ ዻሙ። Sien die hoofstuk |