ፊልጵስዩስ 4:15 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo15 Ani yeroon Maqedooniyaadhaa ka'ee naanna'aa sanatti jalqaba wangeela lallabuuf ba'e, isin kophaa malee waldaan tokko illee waanan argadhutti, waanan baasuttis na gargaaruudhaaf hirmaattuu akka hin ta'in, isin warri Filiphisiiyus in beektu*. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa15 Kana malees isin warri Fiiliphisiyuus akkuma beektan, jalqabatti yeroo ani wangeela isinitti lallabetti, yeroo ani Maqedooniyaadhaa kaʼetti isin qofa malee waldaan kiristaanaa tokko iyyuu waaʼee kennuu fi fudhachuu keessatti na wajjin hin hirmaanne. Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ15 ከነ መሌስ እስን ወር ፊልጵስዩስ አኩመ ቤክተን፣ ጀልቀበት ዬሮ አን ወንጌለ እስንት ለለቤት፣ ዬሮ አን መቄዶንያዻ ከኤት እስን ቆፈ መሌ ወልዳን ክርስታና ቶኮዩ ዋኤ ኬኑፊ ፉዸቹ ኬሰት ነ ወጅን ህንህርማትኔ። Sien die hoofstuk |