ፊልጵስዩስ 3:15 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo15 Nuyi hammi karaa hafuuraa bilchaatoo taane, kanatti yaadaan tokko ta'uun nu irra jira; waa'ee waan tokkoof yaada biraa yoo qabaattan garuu, Waaqayyo isas immoo isinitti mul'isuuf jira. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa15 Nu warri bilchaatoon hundinuu waan akkanaa haa yaadnu. Yoo waan tokko tokko irratti yaada garaa garaa qabaattan garuu kanas Waaqni isinii ibsa. Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ15 ኑ ወር ብልቻቶን ሁንድኑ ዋን አከና ሃያድኑ። ዮ ዋን ቶኮ ቶኮረት ያደ ገራ ገራ ቀባተን ገሩ ከነስ ዋቅን እስኒ እብሰ። Sien die hoofstuk |