ፊልጵስዩስ 2:4 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo4 Isin keessaa adduma addaan waan warra kaanitti tolus immoo haa ilaalu malee, waan isatti tolu duwwaa hin ilaalin*! Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa4 Tokkoon tokkoon keessan waan warra kaaniifis taʼu malee waan isin qofaaf taʼu hin ilaalinaa. Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ4 ቶኮን ቶኮንኬሰን ዋን ወረ ካኒፍስ ተኡ መሌ ዋን እስን ቆፋፍ ተኡ ህንእላልና። Sien die hoofstuk |