ፊልጵስዩስ 2:27 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo27 Inni illee dhuguma dhukkubsatee du'ee oole; Waaqayyo garuu isa maareera; isa duwwaas utuu hin ta'in, ani gadda irratti gadda akkan hin dabalanneef anaafis araara godhe. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa27 Inni dhugumaan dhukkubsatee duʼuu gaʼee ture. Waaqni garuu isa maareera; utuu isa qofa hin taʼin akka gaddi gadda irratti natti hin dabalamneef anas baraareera. Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ27 እን ዹጉማን ዹኩብሰቴ ዱኡ ገኤ ቱሬ። ዋቅን ገሩ እሰ ማሬረ፤ ኡቱ እሰ ቆፈ ህንተእን አከ ገድ ገደረት ነት ህንደበለምኔፍ አነስ በራሬረ። Sien die hoofstuk |