ፊልጵስዩስ 2:26 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo26 Inni hunduma keessan yaadaa, waan isin dhukkubsachuu isaa dhageessaniifis garaan isaa dhiphachaa ture. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa26 Inni hunda keessan yaadaatii; isin akka inni dhukkubsatee ture waan dhageessaniifis dhiphachaa jira. Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ26 እን ሁንደኬሰን ያዳቲ፤ እስን አከ እን ዹኩብሰቴ ቱሬ ዋን ዸጌሰኒፍስ ዽጰቻ ጅረ። Sien die hoofstuk |