ፊልጵስዩስ 2:2 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo2 Ammas isin warra yaada garaa tokkoo ta'uudhaan, jaalala tokko qabaachuudhaan, yaada walitti dabalattanii tokko ta'uudhaan, yaada tokkotti waliif galuudhaan gammachuu koo fiixaan anaaf baasaa*! Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa2 gammachuu koo naa guutaa; yaadaan tokko taʼaa; jaalala tokko qabaadhaa; hafuuraa fi kaayyoon tokko taʼaa. Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ2 ገመቹኮ ናፍ ጉታ፤ ያዳን ቶኮ ተኣ፤ ጃለለ ቶኮ ቀባዻ፤ ሀፉራፊ ካዮን ቶኮ ተኣ። Sien die hoofstuk |