ፊልጵስዩስ 2:19 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo19 Yesus gooftaan jennaan, ani waa'ee keessan dhaga'ee garaan koo akka gammaduuf, dafee Ximotewosin gara keessanitti erguuf nan abdadha*. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa19 Ani oduu waaʼee keessanii dhagaʼee gammaduuf, akka ani dafee Xiimotewosin gara keessanitti erguu dandaʼu Gooftaa Yesuusin nan abdadha. Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ19 አን ኦዱ ዋኤኬሰኒ ዸገኤ ገመዱፍ፣ አከ አን ደፌ ጢሞቴዎስን ገረኬሰንት ኤርጉ ደንደኡ ጎፍታ ዬሱስን ነንአብደዸ። Sien die hoofstuk |