ፊልጵስዩስ 2:17 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo17 Dhiigni koo amantii keessan isa aarsaa qalmaa ta'ee dhi'aatu irratti akka dhibaayuutti yoo lolaafame iyyuu, ani nan gammada, gammachuu koos isinii wajjin nan hirmaadha*. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa17 Ani utuu aarsaa fi tajaajila amantii keessanii irratti akka dhibaayyuutti dhangalaafamee iyyuu nan gammada; hunda keessan wajjinis nan gammada. Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ17 አን ኡቱ ኣርሳፊ ተጃጅለ አመንቲኬሰኒረት አከ ዽባዩት ዸንገላፈሜዩ ነንገመደ፤ ሁንደኬሰን ወጅንስ ነንገመደ። Sien die hoofstuk |