ፊልጵስዩስ 1:25 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo25 Ani isin biratti hafee, isin amantiitti akka guddattanii fi akka gammaddanitti, hunduma keessan bira bubbuluuf akkan jiru amanadheera beekeeras*. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa25 Anis kana amanadhee akka isin amantiin guddattanii fi akka isin gammaddaniif hunda keessan bira akka turu, isin wajjinis akka jiraadhun beeka. Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ25 አንስ ከነ አመነዼ አከ እስን አመንቲን ጉደተኒፊ አከ እስን ገመደኒፍ ሁንደኬሰን ብረ አከ ቱሩ፣ እስን ወጅንስ አከ ጅራዹን ቤከ። Sien die hoofstuk |