ፊልጵስዩስ 1:23 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo23 Yaadni koo waan lama irratti wal rukuta; ani biyya lafaa kana dhiisee adeemuu, Kristos bira jiraachuus nan hawwa, kunis anaaf hundumaa irra caalaa in wayya ture*. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa23 Ani yaada kana lamaan gidduutti rarraʼeera; ani deemee Kiristoos wajjin jiraachuu nan hawwa; kun waan hunda caalaatii; Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ23 አን ያደ ከነ ለማን ግዱት ረረኤረ፤ አን ዴሜ ክርስቶስ ወጅን ጅራቹ ነንሀወ፤ ኩን ዋን ሁንደ ጫላቲ፤ Sien die hoofstuk |