ፊልጵስዩስ 1:15 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo15 Jarri tokko hinaaffaa irraa, anaan morkachuu irraas kan ka'e Kristosin in lallabu; warri kaan immoo fedha gaarii irraa kan ka'e Kristosin in lallabu. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa15 Namoonni tokko tokko dhugumaan weennoo fi morkiidhaan Kiristoosin lallabu; warri kaan garuu yaada gaariidhaan lallabu. Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ15 ነሞትን ቶኮ ቶኮ ዹጉማን ዌኖፊ ሞርኪዻን ክርስቶስን ለለቡ፤ ወር ካን ገሩ ያደ ጋሪዻን ለለቡ። Sien die hoofstuk |