Aanlyn Bybel

- Advertensies -




Mulʼata 1:7 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

7 Kunoo! Inni duumessaa wajjin dhufuuf jira; iji hundinuu isa ilaaluuf jiru, warri isa waraananis immoo isa arguuf jiru; gossi nama lafa irraa hundinuu isaaf in wawwaatu; eyyee akkasuma in ta'a*.

Sien die hoofstuk Kopieer

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

7 “Kunoo, inni duumessa wajjin dhufa; iji hundinuu, warri isa waraanan iyyuu isa ni argu;” saboonni lafaa hundinuus “sababii isaatiif ni wawwaatu.” Akkasuma taʼa! Ameen.

Sien die hoofstuk Kopieer

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

7 “ኩኖ፣ እን ዱሜሰ ወጅን ዹፈ፤ እጅ ሁንድኑ፣ ወር እሰ ወራነንዩ እሰ ንአርጉ፤” ሰቦትን ለፋ ሁንድኑስ “ሰበቢሳቲፍ ንወዋቱ።” አከሱመ ተአ! አሜን።

Sien die hoofstuk Kopieer




Mulʼata 1:7

Volg ons:

Advertensies


Advertensies