Mulʼata 1:2 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo2 Yohannis wanta Waaqayyo dubbate, Yesus Kristos isaaf dhugaa ba'uu isaa, hamma dhaga'ee fi hamma arge dhugaa ba'eera*. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa2 Yohannis isa waan arge hundumaa jechuunis dubbii Waaqaatii fi dhuga baʼumsa Yesuus Kiristoos dhugaa baʼuu dha. Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ2 ዮሀንስ እሰ ዋን አርጌ ሁንዱማ ጄቹንስ ዱቢ ዋቃቲፊ ዹገ በኡምሰ ዬሱስ ክርስቶስ ዹጋ በኡዸ። Sien die hoofstuk |