Luqaas 7:9 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo9 Yesus kana yommuu dhaga'e dinqifatee, namoota isa duukaa jiranitti gara galee, ?Ani Israa'el keessatti illee amantii guddaa akkasii gonkumaa hin argine? jedheen. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa9 Yesuus yommuu waan kana dhagaʼetti isa dinqifate; namoota isa duukaa buʼaa turanittis garagalee, “Ani isinittin hima; ani amantii guddaa akkanaa Israaʼel keessatti iyyuu hin arganne” jedhe. Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ9 ዬሱስ ዮሙ ዋን ከነ ዸገኤት እሰ ድንቅፈቴ፤ ነሞተ እሰ ዱካ ቡኣ ቱረንትስ ገረ ገሌ፣ “አን እስንትን ህመ፤ አን አመንቲ ጉዳ አከና እስራኤል ኬሰትዩ ህንአርገትኔ” ጄዼ። Sien die hoofstuk |