Luqaas 7:47 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo47 Kanaafis sittan hima, jaalalli ishee inni guddaan kun, cubbuun ishee inni baay'een akka dhiifameef mul'isa; xinnoon kan dhiifamuuf garuu, jaalala xinnoo argisiisa? jedhe. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa47 Kanaafuu ani sittin hima; sababii jaalalli ishee guddaa taʼeef cubbuun ishee baayʼeen sun isheef dhiifameera. Kan xinnoon dhiifameef garuu jaalalli isaa xinnoo dha.” Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ47 ከናፉ አን ስትን ህመ፤ ሰበቢ ጃለልሼ ጉዳ ተኤፍ ጩቡንሼ ባይኤን ሱን እሼፍ ዺፈሜረ። ከን ጥኖን ዺፈሜፍ ገሩ ጃለልሳ ጥኖዸ።” Sien die hoofstuk |