Luqaas 7:44 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo44 gara dubartittiitti argisiise immoo Simooniin, ?Dubartii kana argitaa? Ani mana keen dhufe bishaan miillaa illee anaaf hin fichisiifne; isheen garuu, imimmaan isheetiin miilla koo jiiftee, rifeensa mataa isheetiinis haxoofte*. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa44 Innis gara dubartittiitti garagalee Simooniin akkana jedhe; “Dubartii kana argitaa? Ani mana kee nan dhufe. Ati bishaan miillaa illee naaf hin kennine; isheen garuu imimmaan isheetiin miilla koo dhiqxee rifeensa mataa isheetiin haqxe. Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ44 እንስ ገረ ዱበርትቲት ገረገሌ ስሞኒን አከነ ጄዼ፤ “ዱበርቲ ከነ አርግታ? አን መነኬ ነንዹፌ። አት ብሻን ሚላሌ ናፍ ህንኬንኔ፤ እሼን ገሩ እምማንሼቲን ሚለኮ ዽቅጤ ርፌንሰ መታሼቲን ሀቅጤ። Sien die hoofstuk |