Luqaas 7:41 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo41 ?Namni tokko jara lama irraa horii qaba ture, isa duraa irra birrii dhibba shan, isa lammaffaa irra immoo birrii shantamatu ture. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa41 Yesuusis akkana jedheen; “Namoonni lama nama maallaqa liqeessu tokko irraa maallaqa liqeeffatan. Inni tokko diinaarii dhibba shan liqeeffate; kaan immoo diinaarii shantama liqeeffate. Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ41 ዬሱስስ አከነ ጄዼን፤ “ነሞትን ለመ ነመ ማለቀ ልቄሱ ቶኮራ ማለቀ ልቄፈተን። እን ቶኮ ዲናሪ ዽበ ሸን ልቄፈቴ፤ ካንሞ ዲናሪ ሸንተመ ልቄፈቴ። Sien die hoofstuk |