Luqaas 7:37 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo37 Mandara sanas dubartiin cubbamtuun tokko turte; Yesus mana Fariisichaa maaddiitti dhi'aatee akka jiru yommuu dhageesse, urgooftuu dibataa shurrubbeetti fudhatee dhufte. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa37 Dubartiin cubbamtuun magaalaa sanaa tokkos yommuu akka Yesuus mana Fariisichaatti waa nyaachaa jiru bartetti bilqaaxxii albaasxiroositti shittoo qabattee dhufte. Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ37 ዱበርቲን ጩበምቱን መጋላ ሰና ቶኮስ ዮሙ አከ ዬሱስ መነ ፈሪስቻት ዋ ኛቻ ጅሩ በርቴት ብልቃጢ አልባስጥሮስት ሽቶ ቀበቴ ዹፍቴ። Sien die hoofstuk |