Luqaas 7:36 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo36 Fariisota keessaa tokko nyaataaf isa waamnaan, Yesus mana Fariisichaatti galee maaddiitti dhi'aate*. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa36 Fariisota keessaa namichi tokko akka inni isa wajjin nyaatuuf Yesuusin affeere; innis mana Fariisichaa dhaqee maaddiitti dhiʼaate. Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ36 ፈሪሶተ ኬሳ ነምች ቶኮ አከ እን እሰ ወጅን ኛቱፍ ዬሱስን አፌሬ፤ እንስ መነ ፈሪስቻ ዸቄ ማዲት ዽኣቴ። Sien die hoofstuk |