Luqaas 7:33 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo33 Yohannis cuuphaan yommuu dhufe, buddeena hin nyaatu daadhiis hin dhugu ture; isin immoo, ?Seexana qaba? jettan*. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa33 Yohannis cuuphaan yeroo dhufetti buddeena hin nyaatu, daadhii wayiniis hin dhugu tureetii; isin immoo, ‘Inni hafuura hamaa qaba’ jettu. Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ33 ዮሀንስ ጩጳን ዬሮ ዹፌት ቡዴነ ህንኛቱ፣ ዳዺ ወይኒስ ህንዹጉ ቱሬቲ፤ እስንሞ፣ ‘እን ሀፉረ ሀማ ቀበ’ ጄቱ። Sien die hoofstuk |