Luqaas 7:31 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo31 Yesus itti dabalee, ?Dhaloota si'anaa kana maalittan fakkeessa? Maal fakkaatus? Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa31 Yesuus itti fufee akkana jedhe; “Yoos ani namoota dhaloota kanaa maaliinan wal fakkeessuu dandaʼa ree? Isaan maal fakkaatu? Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ31 ዬሱስ እት ፉፌ አከነ ጄዼ፤ “ዮስ አን ነሞተ ዸሎተ ከና ማሊነን ወል ፈኬሱ ደንደአሬ? እሳን ማል ፈካቱ? Sien die hoofstuk |