Luqaas 7:30 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo30 Fariisonnii fi barsiisonni seeraa garuu, Yohannis biraa cuupphaa argachuu diduudhaan waan Waaqayyo isaaniif yaade tuffatan*. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa30 Fariisonnii fi beektonni seeraa garuu sababii harka Yohannisitti hin cuuphaminiif kaayyoo Waaqni isaaniif qabu fudhachuu didan. Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ30 ፈሪሶትኒፊ ቤክቶትን ሴራ ገሩ ሰበቢ ሀርከ ዮሀንስት ህንጩጰምኒፍ ካዮ ዋቅን እሳኒፍ ቀቡ ፉዸቹ ድደን። Sien die hoofstuk |