Luqaas 7:17 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo17 Dubbiin kunis guutummaa biyya Yihudaa fi naannoo biyya sana hundaa ga'e. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa17 Oduun waaʼee Yesuus kunis Yihuudaa guutuu fi biyya naannoo sana jiru hundumaa keessa faffacaʼe. Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ17 ኦዱን ዋኤ ዬሱስ ኩንስ ይሁዳ ጉቱፊ ብየ ናኖ ሰነ ጅሩ ሁንዱማ ኬሰ ፈፈጨኤ። Sien die hoofstuk |