Luqaas 7:15 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo15 Achumaan inni du'ee ture ol jedhee taa'ee, dubbachuus jalqabe; Yesus akkasitti haadha isaatiif isa deebise*. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa15 Gurbaan duʼe sunis kaʼee taaʼee dubbachuu jalqabe; Yesuusis deebisee haadha isaatti isa kenne. Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ15 ጉርባን ዱኤ ሱንስ ከኤ ታኤ ዱበቹ ጀልቀቤ፤ ዬሱስስ ዴብሴ ሃዸሳት እሰ ኬኔ። Sien die hoofstuk |