Luqaas 7:14 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo14 Itti hiiqee siricha harkaan qabnaan, warri baatan in dhaabatan; inni immoo, ?Dargaggeessa nana, siin nan jedha ka'i!? jedheen*. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa14 Innis itti dhiʼaatee wasaasaa reeffa sanaa tuqe; warri reeffa baatanis ni dhaabatan. Innis, “Gurbayyoo, ani siin nan jedhaa, kaʼi!” jedheen. Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ14 እንስ እት ዽኣቴ ወሳሳ ሬፈ ሰና ቱቄ፤ ወር ሬፈ ባተንስ ንዻበተን። እንስ፣ “ጉርበዮ፣ አን ሲን ነንጄዻ፣ ከእ!” ጄዼን። Sien die hoofstuk |