Luqaas 6:9 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo9 Yommus Yesus jaraan, ?Isinuman gaafadha, seerri keenya guyyaa Sanbataatti maal akka goonu nu abbooma? Gaarii hojjechuu moo hamaa? Lubbuu namaa oolchuu moo yookiis balleessuu?? jedhe*. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa9 Yesuusis, “Anis isinan gaafadha; Sanbataan isa kamtu eeyyamamaa dha? Waan gaarii hojjechuu moo waan hamaa hojjechuu? Lubbuu oolchuu moo balleessuu?” isaaniin jedhe. Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ9 ዬሱስስ፣ “አንስ እስነን ጋፈዸ፤ ሰንበታን እሰ ከምቱ ኤየመማዸ? ዋን ጋሪ ሆጄቹሞ ዋን ሀማ ሆጄቹ? ሉቡ ኦልቹሞ በሌሱ?” እሳኒን ጄዼ። Sien die hoofstuk |