Luqaas 6:8 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo8 Yesus garuu waan jarri garaatti yaadan beekee, namicha harki isaa naafate sanaan, ?Ka'i, as gara fuula duraa kottu!? jennaan, namichi ka'ee fuula dura dhaabate*. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa8 Yesuus garuu waan isaan yaadan beekee namicha harki irratti goge sanaan, “Kaʼii fuula nama hundaa dura dhaabadhu” jedhe. Innis kaʼee achi dhaabate. Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ8 ዬሱስ ገሩ ዋን እሳን ያደን ቤኬ ነምቸ ሀርክ እረት ጎጌ ሰናን፣ “ከኢ ፉለ ነመ ሁንዳ ዱረ ዻበዹ” ጄዼ። እንስ ከኤ አች ዻበቴ። Sien die hoofstuk |