Luqaas 6:7 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo7 Barsiisonni seeraa fi Fariisonni ittiin Yesusin hadheessuudhaaf, mee Sanbataan namicha kana fayyisa yoo ta'e, jedhanii isa gaadan*. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa7 Fariisonnii fi barsiistonni seeraa Yesuusin himachuuf jedhanii sababa barbaadaa turan; kanaafuu akka inni Sanbataan nama fayyisu ilaaluuf isa gaadan. Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ7 ፈሪሶትኒፊ በርሲስቶትን ሴራ ዬሱስን ህመቹፍ ጄዸኒ ሰበበ በርባዳ ቱረን፤ ከናፉ አከ እን ሰንበታን ነመ ፈይሱ እላሉፍ እሰ ጋደን። Sien die hoofstuk |