Luqaas 6:45 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo45 Namni gaariin gaarummaa garaa isaa keessaa waan gaarii in baasa; namni hamaanis hammina garaa isaa keessaa waan hamaa in baasa. Namni waan garaa isaa keessa guute afaaniin in dubbata? jedhe*. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda DhiΚΌaa45 Namni gaariin waan gaarii garaa isaa keessatti kuufate keessaa waan gaarii baasa; namni hamaan immoo waan hamaa garaa isaa keessatti kuufate keessaa waan hamaa baasa. Waan garaa guute afaan dubbataatii. Sien die hoofstukαα³α ααααα£ αα« α αα« αα«45 ααα ααͺα αα ααͺ αα«α³ α¬α°α΅ α©αα΄ α¬α³ αα ααͺ α£α°α€ ααα αααα αα αα αα«α³ α¬α°α΅ α©αα΄ α¬α³ αα αα α£α°α’ αα αα« αα΄ α αα α±α α³α²α’ Sien die hoofstuk |