Luqaas 6:44 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo44 Mukti hundinuu ija inni godhatuun in beekama; harbuun baalaanwaraanteettii, iji wayniis kombolchattii hin ciramu*. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa44 Tokkoon tokkoon mukaa ija isaatiin beekama. Namoonni muka qoraattii irraa harbuu, yookaan sokorruu irraa wayinii hin ciran. Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ44 ቶኮን ቶኮን ሙካ እጀሳቲን ቤከመ። ነሞትን ሙከ ቆራቲራ ሀርቡ፣ ዮካን ሶኮሩራ ወይኒ ህንጭረን። Sien die hoofstuk |