Luqaas 6:43 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo43 Yesus barsiisa isaa itti fufee, ?Mukti ba'eessi ija gadhee hin godhatu akkasumas mukti gadheen ija ba'eessa hin godhatu. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa43 “Mukni gaariin ija gadhee naqatu tokko iyyuu hin jiru; mukni gadheenis ija gaarii hin naqatu. Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ43 “ሙክን ጋሪን እጀ ገዼ ነቀቱ ቶኮዩ ህንጅሩ፤ ሙክን ገዼንስ እጀ ጋሪ ህንነቀቱ። Sien die hoofstuk |