Luqaas 6:4 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo4 Innoo mana Waaqayyootti galee, buddeena ilaalchaa Waaqayyoof kan dhi'aate fudhatee nyaatee, namoota isaa wajjin turaniifis kenne; kun immoo luboota duwwaa irraa kan hafe warri kaan nyaachuun seeraan dhowwamee ture? jedhe*. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda DhiΚΌaa4 Inni mana Waaqaa seenee buddeena qulqulleeffame kan luboota qofaaf eeyyamame fudhatee nyaate. Warra isa wajjin jiraniifis kenne.β Sien die hoofstukαα³α ααααα£ αα« α αα« αα«4 α₯α αα αα α΄α α‘α΄α αααααα α¨α αα¦α° ααα α€α¨αα ααΈα΄ αα΄α’ αα¨ α₯α° αα α α α¨ααα΅ α¬αα’β Sien die hoofstuk |