Luqaas 6:35 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo35 Isin garuu diinota keessan jaalladhaa, gaariis godhaa, nuuf baasu jettanii utuu hin abdatinis liqeessaa! Gatiin keessan guddaa in ta'a, ijoollee aabbaas in taatu; innoo warra galata hin qabnee fi warra hamootaaf iyyuu arjaa dha. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa35 Isin garuu diinota keessan jaalladhaa; waan gaariis isaaniif hojjedhaa; utuu waan isinii deebiʼu tokko illee hin abdatin isaaniif liqeessaa. Yoos gatiin keessan guddaa ni taʼa; isinis ijoollee Waaqa Waan Hundaa Olii ni taatu; inni warra hin galateeffannee fi hamootaaf illee arjaadhaatii. Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ35 እስን ገሩ ዲኖተኬሰን ጃለዻ፤ ዋን ጋሪስ እሳኒፍ ሆጄዻ፤ ኡቱ ዋን እስኒ ዴብኡ ቶኮሌ ህንአብደትን እሳኒፍ ልቄሳ። ዮስ ገቲንኬሰን ጉዳ ንተአ፤ እስንስ እጆሌ ዋቀ ዋን ሁንዳ ኦሊ ንታቱ፤ እን ወረ ህንገለቴፈትኔፊ ሀሞታፍሌ አርጃዻቲ። Sien die hoofstuk |