Luqaas 6:32 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo32 Warra isin jaallatan duwwaa yoo jaallattan, galanni keessan maali ree? Warri hin amanne iyyuu warra isaan jaallatan in jaallatu. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa32 “Isin warra isin jaallatan qofa yoo jaallattan, kun galata maalii isinii qaba? Cubbamoonni iyyuu warra isaan jaallatan ni jaallatuutii. Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ32 “እስን ወረ እስን ጃለተን ቆፈ ዮ ጃለተን፣ ኩን ገለተ ማሊ እስኒፍ ቀበ? ጩበሞትንዩ ወረ እሳን ጃለተን ንጃለቱቲ። Sien die hoofstuk |