Luqaas 6:23 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo23 Abaabiliin isaaniis raajota akkasuma gochaa turan; egaa, yeroo sanatti gammadaa, quruphisaas, waaqa irratti gatiin keessan guddaa in ta'a*. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa23 “Sababii gatiin keessan samii keessatti guddaa taʼeef gaafa sana ililchaatii gammachuudhaan buburraaqaa. Abbootiin isaanii iyyuu akkasuma raajota godhaniitii. Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ23 “ሰበቢ ገቲንኬሰን ሰሚ ኬሰት ጉዳ ተኤፍ ጋፈ ሰነ እልልቻቲ ገመቹዻን ቡቡራቃ። አቦቲንሳኒዩ አከሱመ ራጆተ ጎዸኒቲ። Sien die hoofstuk |