Luqaas 6:2 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo2 Yommus Fariisota keessaa jarreen tokko, ?Guyyaa Sanbataatti gochuun seeraan kan dhowwame maaliif gootu?? jedhanii isaan in gaafatan*. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa2 Fariisota keessaas tokko tokko, “Isin maaliif waan Sanbataan hojjechuun hin eeyyamamne hojjettu?” jedhanii gaafatan. Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ2 ፈሪሶተ ኬሳስ ቶኮ ቶኮ፣ “እስን ማሊፍ ዋን ሰንበታን ሆጄቹን ህንኤየመምኔ ሆጄቱ?” ጄዸኒ ጋፈተን። Sien die hoofstuk |