Luqaas 6:19 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo19 Tuuti jaraas humni isa biraa ba'ee, hunduma isaanii in fayyisa waan tureef, hundinuu harka isaaniitiin isa tuquudhaaf in yaalu turan*. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa19 sababii humni isa keessaa baʼee hunduma isaanii fayyisaa tureef, namoonni hundinuu isa tuquuf carraaqaa turan. Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ19 ሰበቢ ሁምን እሰ ኬሳ በኤ ሁንዱመሳኒ ፈይሳ ቱሬፍ፣ ነሞትን ሁንድኑ እሰ ቱቁፍ ጨራቃ ቱረን። Sien die hoofstuk |