Luqaas 6:12 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo12 Yeroo sanatti Yesus gara gaaraatti ol ba'ee, achitti halkan guutuu Waaqayyoon kadhachaa bule. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa12 Yesuusis guyyoota sana keessaa gaaf tokko kadhannaadhaaf tulluutti ol baʼe; halkan guutuus Waaqa kadhachaa bule. Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ12 ዬሱስስ ጉዮተ ሰነ ኬሳ ጋፍ ቶኮ ከዸትናዻፍ ቱሉት ኦል በኤ፤ ሀልከን ጉቱስ ዋቀ ከዸቻ ቡሌ። Sien die hoofstuk |