Luqaas 6:10 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo10 Naannoo isaa kan turan hundumaas tokko tokkoon erga ilaalee booddee namichaan, ?Harka kee diriirsi!? jedhe; kana irratti inni harka isaa diriirse, harki isaas deebi'ee fayye. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa10 Gara galees hunda isaanii ilaalee namichaan, “Harka kee diriirfadhu” jedhe. Innis akkasuma godhe; harki isaas guutumaan guutuutti fayye. Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ10 ገረ ገሌስ ሁንደሳኒ እላሌ ነምቻን፣ “ሀርከኬ ድሪርፈዹ” ጄዼ። እንስ አከሱመ ጎዼ፤ ሀርክሳስ ጉቱማን ጉቱት ፈዬ። Sien die hoofstuk |