Luqaas 6:1 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo1 Guyyaa Sanbataa tokkos Yesus maasii qamadii keessa darba ture; bartoonni isaa immoo asheetii ciranii, sukkuumanii nyaatan*. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa1 Guyyaa Sanbataa tokko Yesuus lafa qotiisaa midhaanii keessa darbaa ture; barattoonni isaas asheetii midhaanii ciratanii harka isaaniitiin sukkuummatanii nyaachuu jalqaban. Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ1 ጉያ ሰንበታ ቶኮ ዬሱስ ለፈ ቆቲሳ ምዻኒ ኬሰ ደርባ ቱሬ፤ በረቶትንሳስ አሼቲ ምዻኒ ጭረተኒ ሀርከሳኒቲን ሱኩመተኒ ኛቹ ጀልቀበን። Sien die hoofstuk |