Aanlyn Bybel

- Advertensies -




Luqaas 5:5 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

5 Simoon immoo deebisee, ?Yaa barsiisaa, eda halkan guutuu baay'ee itti dadhabne, homaas hin qabne, amma garuu erga ati dubbattee dubbii keetiif jedhee kiyyicha nan darbadha? jedheen*.

Sien die hoofstuk Kopieer

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

5 Simoonis deebisee, “Yaa barsiisaa, nu halkan guutuu akka malee itti dadhabnee waa tokko illee hin qabne. Ani garuu waan ati jetteef kiyyoo nan darbadha” jedhe.

Sien die hoofstuk Kopieer

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

5 ስሞንስ ዴብሴ፣ “ያ በርሲሳ፣ ኑ ሀልከን ጉቱ አከ መሌ እት ደዸብኔ ዋ ቶኮሌ ህንቀብኔ። አን ገሩ ዋን አት ጄቴፍ ክዮ ነንደርበዸ” ጄዼ።

Sien die hoofstuk Kopieer




Luqaas 5:5

Volg ons:

Advertensies


Advertensies