Luqaas 5:39 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo39 Namni daadhii ba'aa erga dhugee booddee daadhii xobbee hin barbaadu, isa ba'aatu wayya in jedha? jedhe. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa39 Namni kam iyyuu erga daadhii wayinii kan goge dhugee booddee daadhii wayinii haaraa hin barbaadu; isaan, ‘Daadhii wayinii kan goge wayya’ jedhuutii.” Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ39 ነምን ከምዩ ኤርገ ዳዺ ወይኒ ከን ጎጌ ዹጌ ቦዴ ዳዺ ወይኒ ሃራ ህንበርባዱ፤ እሳን፣ ‘ዳዺ ወይኒ ከን ጎጌ ወየ’ ጄዹቲ።” Sien die hoofstuk |