Luqaas 5:37 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo37 Homtinuus daadhii waynii haaraa qodaa bososaatti hin naqu; kana yoo godhe daadhichi qodicha in dhoosa in dhangala'as, lachanuus in badu. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa37 Namni daadhii wayinii haaraa qalqalloo moofaatti naqu tokko iyyuu hin jiru. Yoo itti naqe immoo daadhiin haaraan sun qalqalloo sana ni dhoosa; daadhiin sun ni dhangalaʼa; qalqallichis horoomaa baʼa. Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ37 ነምን ዳዺ ወይኒ ሃራ ቀልቀሎ ሞፋት ነቁ ቶኮዩ ህንጅሩ። ዮ እት ነቄሞ ዳዺን ሃራን ሱን ቀልቀሎ ሰነ ንዾሰ፤ ዳዺን ሱን ንዸንገለአ፤ ቀልቀልችስ ሆሮማ በአ። Sien die hoofstuk |