Aanlyn Bybel

- Advertensies -




Luqaas 5:36 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

36 Yesus fakkeenya kana immoo isaanitti hime, ?Homtinuu erbee uffata haaraa irraa tarsaasee uffata moofaatti hin erbu. Kana yoo godhe, uffata haaraa isa irraa tarsaase sana in balleessa; erbeen isaas isa moofaa wajjin wal hin fudhatu.

Sien die hoofstuk Kopieer

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

36 Innis akkana jedhee fakkeenya kana isaanitti hime; “Namni uffata moofaa erbuuf jedhee huccuu uffata haaraa tarsaasu tokko iyyuu hin jiru. Yoo kun godhame, isaan uffata haaraa sana tarsaasaniiru; erbeen haaraan sunis uffata moofaa wajjin wal hin fudhatu.

Sien die hoofstuk Kopieer

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

36 እንስ አከነ ጄዼ ፈኬኘ ከነ እሳንት ህሜ፤ “ነምን ኡፈተ ሞፋ ኤርቡፍ ጄዼ ሁጩ ኡፈተ ሃራ ተርሳሱ ቶኮዩ ህንጅሩ። ዮ ኩን ጎዸሜ፣ እሳን ኡፈተ ሃራ ሰነ ተርሳሰኒሩ፤ ኤርቤን ሃራን ሱንስ ኡፈተ ሞፋ ወጅን ወል ህንፉዸቱ።

Sien die hoofstuk Kopieer




Luqaas 5:36

Volg ons:

Advertensies


Advertensies